Sunday, February 16, 2014

Oromia: Fincilli Didda Gabrummaa haraan akka addaatti deemaa jira


Surraa: poolisoonni yoroo nama qaban
Godinoota Oromiaa adda addaa keessatti FDG haaraan bifa oo'aan qabsiisamee akka jiru maddeen ibsaa jiru. Magaalaan Finfinnee fi naannoon ishee warana federaala dhalootaan Tigree ta'aniin, Dhiha Oromiyaammoo warra kibbaan,  baha Oormiyaa warra Gambeellaan, Jiiddu Gala Amhaarotaan tohatamaa jiru.
University Finfinnee, Amboo fi Haramayyaatti barattootni fincilaa jiru jedha maddi keenya.  Uummanni magaala Naqamtee fi  barattootni universityy Wallaggaammoo gamtaan bahanii waraana mootummaa dura dhhaabataa jiraachuun dhagaahamaa jira. Haga ammaatti poolisoonni 5 reebamanii akka jiran dha maddi keenya kan addeesse.2/15/2014

No comments:

Post a Comment