Saturday, December 7, 2013

FDG Yuuniversitii Gonder Keessa itti Ka’een Wal Qabatee Barattooti 17 Arhiaman

Qeerroo

Barattoota Gondor Yuuniversitii Irraa Dismissal !Ariyaman                                                                   Baatii Sadaasaa 2013 keessa Yuuniversitii Goonder keessatti barattooti Oromoo gaaffii mirgaa kaasuun ni yaadatama. Rakkoo fi gidiraa uummata Oromoo akkasumas hidhaa fi ariisaan barattoota Oromoo irra gahamaa jiru haa dhaabbatu jechuun gaaffii mirgaa barattooti Oromoo kaasaniif deebiin mootummaa Wayyaanee irraa kenname ajjeechaa fi dhihdaa ture,sababaa diddaa barattooti kaasaniif jecha barataa Oromoo tokko ajjeessuun toorba ammo hidhaa hin beekamnetti ergamanii jiru.

Haalli kun jabbaachaa deemuu irraan walitti bu’iinsi barattoota Oromoo fi kanneen mootummaa Wayyaaneen kaadhimamanii hojjetan jidduus jiraataa ture. Ammoo gaaffii mirgaa ilmaan Oromoo kaasaniif deebiin itti aanu kenname barattoota mooraa fi barnoota isaanii irraa arhiyuun gaaffii mirgaa ukkaamsuuf yaalee jira.
Ammatti Muddee 5,2013 barattooti Yuuniversiticha irraa arihaman gabaasaan Qeerroo akka armaa gadiiti addeessa.
1)      Barattoota 8 dismal barnoota irraa ariyanii jiru;
2)      2.Barattoota 9 waggaa lamaaf adaba itti kennanii mooraadhaa bahanii jiru;
3)      3.Barattoota 19 ammoo meeshaa caccabeef horii akka baasan mallatteessisifamanii hanga horin isaa bakka buusanitti barumsatti akka hin deebine tahee jira.
4)      4.Barattoota 150 ammoo akeekkachiisa itti kennuudhaan mallatteessisanii mooraatti deebisanii jiru walumaa gala galmee kanneen arihamanii akka armaa gadiitti dhiheessina.

Lak.Maqaa GuutuuSabaUmuriiDepartment                             Teessoo
NaannooMagaalaaBilbila
1Tewoderoos Abarraa TasammaOromoo23Retimed 4thoromiyaaBishooftuu 
2Addunyaa Baqqalee SooqeeOromoo22Law 3rdOromiyaaBulee Horaa 
3Galgaloo GodaanaaOromoo23Special Need 3rdOromiyaaMoyaalee 
4Iyyoob Mohad CaaleeOromoo21Sociology 3rdOromiyaaBaalee Goobbaa 
5Waakkennee Saxuu RaggaasaaOromoo23Population 3rdOromiyaaSabbataa 
6Meelat Sisaay KebbedeeAmaaraa22Psychology  3rdFinfinnee  
7Tewoderoos Biyyasaan AshenafiOromoo23Yetmad 3rdOromiyaaBoorana 
8Biliyoon Biilee YaraaOromoo22Law 3rdOromiyaaShaashimannee 
Barattoota Waggaa Lama (2)Barnoota Irraa Ariyaman
Lakk.Maqaa GuutuuSabaUmuriiDepartment                               Teessoo
NaannooAanaaBilbila
1Almaaz Isheetuu AyyaaneeOromoo24Sport 3rdOromiyaaGinniir 
2Gannet Balay AbrahaamTigree23Biologu 3rdTigraayShire 
3Massaluu Baqqalee QoloosaaOromoo21Sport 3rdOromiyaaIluu Abbaabor 
4Saamu’eel Dhufera HirjaaOromoo34Sociology 3rdOromiyaaAmbo 
5Gaashawu Kaasaaw TaarreqenyAmaaraa33Water Resource 3rdAmaaraaDaambiyaa 
6Habtaamuu Birruu BilqeeOromoo31Social Work 3rdKibbaHawaasaa 
7Salaamawit Fufaa WarkasaaOromoo35Geology 3rdOromiyaaAmbo 
8Iwunatu Sandaq KaareeAmaaraa32Water Eng. 2ndAmaraBahardar 
9Barakat Tashoomee AseffaaOromoo33Information scien 1stAmaraDassee 

Injifannoon Uummata Oromoof!

No comments:

Post a Comment