Friday, September 27, 2013

Oduu gaddisiisaa

Innaa Lillaahi WA'INNAA ileeyhi RAAJI'UUN
Guyyaa kaleessaa kiibxata Sheek Amaan Hasan Håkan jedhaman Addunyaa tana irraa du'aan gama aakiraatti godaanuun dhagahame. 
Baalee Roobeetti ulamaa'a Gurguddaa irraa Håkan lakkaayamaniifi Jaami'a Roobee guddichaa fi umriidhaan Håkan ture namni Gadi dhaabe isaan akka tahe himameera.
Madrasaa salafiyyaa Roobetti hundeessuunis Sababa sheeka kanaa akka tahe dubbatama Umrii ofii Guutuu Håkan qisaasan magaalaa Baalee Roobee keessatti Ulamaa'ota beekkamoo, Du'aataa fi Barattoota ilmii wajji taa'uudhaan akka Tures ni himamaaf Sirni awwaalaa Aalima kanaa yeroo Raawwataamu namoonni lakkoofsan Hedduu Tahan akka argamaniifi waggootii dura namni hangana Hedduu yaa'ee akka hin beeknes ibsameera Sheeka keenya Rabbiin Jannataan isaan haabadhaasu. 
Mastiisaaniitiif obsa cimaa haa kennu Muslimtootaafis Aalima Bakka haa buusu Aamiin AllAAHUMMA Aamiin!

No comments:

Post a Comment