Akkuma beekkamu Gaafa falmaan abbaa biyyummaa Oromiyaa jalqabee kaasee lubbuun dargaggootaa fii barattoota Oromoo danuun wareegamanii Jiru. Keessumattuu baroota 13N darban kana keessatti Sotsji i barattoota Oromiyaa garmalee cimaa dhufuun isaa beekamaadha.Mootummaan Abba Iree wayyaaneetiis ijaa fii GURRA saba Oromoo Håkan ta'an barattoota Oromoo irrtti tarkaanfii farrummaa Håkan barattoota hidhuu, ajjeesuu fii biyyaa hari'uu itti fufuus, Kanaan otoo hin laafin qabsoon barattootaas cimee itti fufaa JIRA. Akka Kanaan Gaafa 24-12-2005 ALH TTI sabboonaa fii qabsaa'aa qerroo cimaa Håkan tahe barataa Gaarumaa Jiraataa, maxxantoota wayyaaneetiin magaalaa najjootti ajjeefamuun isaahooggannidhaabaa Ulfo hubateera. barataan KUN Kan ajjeefame siRNA gabroonfataa wayyaanee Oromiyaa irratti jabeeysuuf Håkan hiriire Nama maqaan isaa yiggazuu tasammaa jedhamuun akka tahe gabaasni madda oduu Ulfo najjoorraa nu gaheen ibsamee JIRA. Akka gabaasa kanaatti barataa ajjeefame kana malees barattoonni hedduun akka hidhaman beekkamee JIRA. Les mer ...