Tuesday, June 16, 2015

"Kaayyoon QBO abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuu dha," jedha H/D-Ittaanaa ABO, Jaal Bultum Biyyoo (Via OroMedia)

“Kaayyoon qabsoo Bilisummaa Oromoo abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuu dha,” jedha Hayyudureen Ittaanaa ABO, Jaal Bultum Biyyoo.
Jaal Bultum Biyyoo Gaaffii fi Deebii Oromedia waliin godhe keessatti akkamiin qabsoo Oromoo keessatti qooda fudhachuu akka eegalee fi muuxannoo dheeraa qabsoo keessatti horate bal’inaan ibsee jira.
Qophii kana keessatti Kutaan tokkoffaa gaaffii fi deebii kanaa dhiyeessinee jirra.

No comments:

Post a Comment