- Oromiyaan biyya Oromooti.
- Finfinneen handhuura Oromiyaati
- Gaaffiin Mirgaa Uummata Oromoo haa deebi’u
- Leellistootni sirna nafxanyaa haa buqqa’an
- Siidaan Minilk haa buqqa’u
- Ilmaan Oromoo hidhaman haa gadhiifaman
- Oromoon tokkuma
- Gaaffiin abbaa biyyummaa Shororkeessaa nama hin godhu
- Buraayyuu fi Sabbataa Murree hin kenninu
- Afaan Oromoon Afaan federaalaa haa tahu
- Muktaar Kadir diinota Oromoo dura dhaabbachuu qaba
- Qotee bulaaf iyyanna
- Keeyyatni 39 hojii irra haa oolu
- Wayyaaneen Garboomfataa dha
- Gumaa Barattoota keenyaa ni baafannaKanneen jedhanii fi dhaadannoowwan hedduu kan dhageessisan yoommuu tahu mootummaan wayyaanee gaaffii abbaa biyyummaa daran jabaachaa dhufeen muddama guddaa keessa seentee jirti. Qeerroon bakka jiruu harka wal qabatee gaaffii abbaa biyyummaa akka finiinsu addeessee jira.Injifannoo Uummata Oromoof!! EBLA 25,2014 AMBOO
Friday, April 25, 2014
Gaaffiin abbaa Biyyummaa Jabaachuun itti fufe. Barattootni Yuunivarsiitii Amboo fi Uummatni gamtaadhaan dhaadannoo dhageessisan
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment