- -oromiyaan kan keenyaa
- -oromiyaan haa bilisomtuu
- -master-plan magalaa finfinnee haa kahu
- -sidaan minilik finfinnee keessaa haa kahu
- -siidaan Eebisaa Addunyaa nuuf haa dhabbatu
- -afaan oromoo afaan federal haa tahu
- -cunqursaan ummataa oromoo irraa haa kahu
- -nutii oromoon magaalaa keenyaa hin lakisnuu jechuun dhadhannoo isaani ummatatti himaacha utuu jiraani poolisonni naannoo sana baratota reebu fi mana hidhatti dhaqa jiruu magalaan Naqaamtee abjuu baratoota argaa jira magaalaa Naqaamtee halaa ho’adhan poolisonni ummataa (baratoota) reeba akka jiranis gabaasni Qeerroo magaala Naqamtee addeessee jira.Itti Fufa! Injifannoon U/Oromoof!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!
GABAASA QEERROO EBLA 28,2014 NAQAMTE
No comments:
Post a Comment