1 . Kaayyoo bilisummaa Oromoo bakkaan gahuuf jecha wareega barbaachisu kafalee ni qabsoofna. Kanuma waliin sochii barattootaa danquuf jecha basaastota uummata keessa faca’anii jiran hordofnee saaxpuu irraan lubbuu hedduu baraaruu
2.Yyeroo ammaa magaalota Oromiyaa keessatti afaan Oromoof namooti hedduun ilaalcha gaarii hin qaban kana sirreessuuf ni qabsoofna
3. gara fuulduraattis dhimma garaa garaatiif yoo gargar facaaneyyuu qabsoo keenya caalaatti ni cimsina.
4. Dhaabi keenya dhugaan ABO waan ta’eef sochii WBO gama hundaan ni deggarra.
5.Qabsoo keenya gara fuulduraatti shamarran akka hirmaatan ni goona ayyaana kanarratti shamarranis kan hirmaatan yeroo ta’u. Dhaadannon kaayyoo goototi keenya wareegamaniif bakkaan ni geenya jedhuun kabajanne!
ebla 15,2014
No comments:
Post a Comment