Wednesday, February 17, 2016

#‎OromoProtests‬ – Gamtaan Awurooppaa (EU) koree qindeesaanii garaa Amboottii imalaa jiruu


‪#‎OromoProtests‬
Haqaa Qabnaa Ni Monnaa!
==============================
Dhamsaa Hatatamaa
Wallif dabrsuun dirqamaa
Share share!
Qabsoon hadha’waa godhamaa jiruu ittii fuferraa Guyyaa har’aa Guraandhala 17/2/2016 Gamtaan Awurooppaa (EU) koree qindeesaanii garaa Amboottii imalaa jiruu.
Oduun achii keessaa akkaa baheetii dursaa bulchaa bulchiinsaa Magaala Amboo fi Presidenttii Amboo university akkasumaas Abbottii Amaanttii achumaan akkaa Dubbisuu dhaaf akkaa qopha’waa jiraan hubaatameraa.
Waan kanaa ta’eef Qeerroo Oromiyaa Amboo oduu kanaa akkaa dhagaheen dhamsaa kanaa Amboo keessaa qofaa mittii Nannoole Oromiyaa gutuu dhaadanoollee Addaa addaa akkaa dhagessisuu qabnuu fi hiriraa kana Caalaa uumataa hundaa hirmaachiisnee bahuu qabnaa jedhaan QERROO Amboo.
Hubbachiisaa:-
Yeroo hiriraa nagyaa yeroo Bataan wal duraa dubaa wal egadhaa,hin figiinaa,Sagalee Ol,Qabaa dhaadanoollee dhaagesiisaa,hin wacciinaa!
Qabsoon keenyaa hangaa Abbaa Biyyumaa keenyaa mirkanaa’uutii qabsoon keenyaa ittii fufaa!
12715464_161390257575756_8299196129708872812_n

No comments:

Post a Comment