Breaking news! Sources from European External Action Service (EU Foreign and Security Policy Branch) has indicate that European Union will convene a meeting to discuss Ethiopia with regard to ongoing #OromoProtests on January 11 (Monday) 2016. Representatives from all 28 EU member countries will attend the meeting. Fascist TPLF juntas representatives have not been invited to the meeting.
Gamtaan Awurooppaa(European Union) walgahii hatantamaa waa’ee dhimma Oromoo irratti guyyaa wiixataa, 01/11/2016 waamuu beeksise!Waa’ee Oromoo irratti walgahii akkasii waamuun yeroo jalqabaa ta’us, Gamtaan Awurooppaa gochaan duguuggaa sanyii mootummaan woyyaanee ummata oromoo irraatti gaggeessaaru akka daraan isaan yaaddesseefi falmitootni mirga dhala namaa kan Akka Amnesty International walgahicha irraa qooda akka fudhatan beekameera. INJIFANNOON UMMATA OROMOOF! Falmattu malee Adunyaan dantaa kee hin qabdu..
No comments:
Post a Comment