Waraqaa eenyummaa Adda Bilisummaa Oromoo uummata baadiyyaa gidduu raabsanii akkasumas chaappaa sobaa Håkan ABO fakkesuun hojjatanii itti gargaaraman himanni jedhu irratti dhihaachuu maddeen KUN ibsanii Jiru.
Bulchaan Aanaa Gooroo Doolaa Obbo Nagaasaa Siidaa gama isaaniin namni sadii hidhamuu ibsanii garuu baratoota yunivarsitii miti, jedhan.
Kanneen barreeffama uummata kakaasuu magaalattii keessatti barreessan ragaa wajjin qabanne waan ta'eef yeroo gabaabaa keessatti murtiin itti kennama jedhan.
Kanneen biroon saddetti hidhaman isa jedhuuf gaaffii f dhihaatanii sana Booda gadhiifaman jedhan. Kanneen hanna waliin wal qabatee hidhaman lama akka jiranis ibsaniiru.
No comments:
Post a Comment