Gabaasa Qeerroo Waxabajjii 09,2014 Madda Walaabuu
- Barataa Anuwaar Sayid muummee Accounting waggaa sadaffaa irraa
- Barataa Amaan Badhaasoo Barataa Civil Engineering waggaa 4ffaa
- Barataa Gurmeessaa Tujibaa Barataa Managment waggaa 2ffaa
- Barataa Ashannaafii Bariisoo barataa Managment waggaa 3ffaa
- Barataa Tasfaayee Caalaa Economics waggaa 3ffaa
- Barataa Hamzaa Usmaan barataa Civil engineering waggaa 4ffaa
Keessatti argamu. Mootummaan wayyaanee hanga hundeen buqqa’ee Bilisummaan oromoo fi Walabummaan Oromiyaa mirkanaa’utti gocha farrummaa Uummata Oromoo dararuu irraa waan hin dhaabbanne tahuu hubachuun Uummatni gamtaan qabsoo Oromoo deemsifamaa jirutti makamuun qooda Oromummaa akka baatan jechuun Qeerroon Yuunivarsiitii Madda walaabuu waamicha dabarsee jira.
No comments:
Post a Comment